WELCOME TO L A A L A A V L O G S!
baga nagaan dhuftan
chaanaalii kanaratti viddiyoowwan gaggabaaboo miidiyaa hawaasaa garaagaraarraa fudhannee ittiin isin bohaarsina, viidiyoo muuziqaa haaraa bahan irratti waliin yaada laachaa kolfina akkasumas dhimmoota ijoo haala yeroo irratti odeeffannoo wayitawaa siniif laanna.
maal eegduree! ammuma SUBSCRIBE gochuun maatii LAALAA VLOGS ta'aa!