Dr Abdurahman yasin dhukkubni corana virus Mali

Опубликовано: 01 Октябрь 2024
на канале: F.A Islamic
502
50

Karaalee Dhukkubba Vaayirasii Koronaa (Coronavirus or COVID-19) irraa of eeguuf fayyadan
*********************



* Harka ofii guyyatti yeroo heddu deddebi'anii bishaan qulqulluufi saamunaan dhiqachuu.

* Harkaan ija, funyaaniifi afaan tuttuquu dhabuu/dhiisuu.

* Yoo nama Qufaan/Uttaalloon/Qakkeen/Hibibiin/ qabe si biratti qufa'u meetiri lamaa/tarkaanfii lamaafi sanaa ol irraa fagaachuu.

* Yoo qufaanu soofti fayyadamuu. Ciqilee keenyaan haguugne qufa'uu. Sooftii ykn maarabi itti qufaane haalaan iddoo cufaa ta'etti gatuu.

* Fageenyumatti nagaa woliin jechuu. Harkaan wolqaqqabuu/wolitti dhihaatanii nagaa jechuu dhaabuu.

* Nama mallatoon dhukkubichaa irratti argame mana yaalaa deemee yaalaa akka argatu gorsuufi hariiroo keenya fageenyumatti gochuu. Dhangala'aa qaama isaa keessaa bahu tuttuquu dhabuu.

* Odeeffanoo guyya guyyaan jiru madda aamanamoo irraa hordofuu.
----
Fayyaa ta'aa,!
Horaa, bulaa, deebanaa!

©Dr. Nuredin Luke
@FAAYAAMANTAAISLAAMA