Ulfinni kee guddaa....
Ulfinni kee guddaa Abbaa hundaa
Hunduma irratti aangoo qabda
Iyyesuus Kiristoos oolmaa nurra qabda
Hoolaa araaraati Gooftaa Qaraaniyoo
Isa hundaa du'e tokkicha Waaqayyoo
Wangeelaan baranne oolmaakee isa jabaa
Arjummaa kee Gooftaa dhaloota qaqqaba
Kan fannifameedha inni nuti lallabnu
Dhiigan isaan fayyine addunyaan martinuu
Irra diba hin qabu dhugichi ifadha
Kan dhokfamuu miti Gooftaan fayyisaadha
Okkolaa namootaa dhiigan kan fayyiste
Dibata qulqulluun abaarsa hambiste
Qara lapheerratti jaalalaan boojitee
Sagalee keetiini tokkichaan fayyiste
Caba laphee namaa eenyu hin argine
Qoratteetu beekta kan namni hin beekne
Faarsinee xumurru oolmaa kee yaa uumaa
Galataan mul’adhu yaa Gooftaa hundumaa
==•√|√•==
© Gemachis Official studio is the only channel licensed for the distribution of Ethiopian Orthodox Tewahedo Church Spiritual Songs .
chaanaalii Kun faarfannaa Hafuuraa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tewaahidoo Itoophiyaa raabsuuf kan hayyamame .
የኢትዮጵያ ኦርቶዶክስ ተዋሕዶ ቤተ ክርስቲያን መንፈሳዊ መዝሙሮችን ለማሰራጨት ፍቃድ ያለው ብቸኛው ቻናል ነው።
© 2022 All rights reserved.
🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏🙏
🏰Telegram:
Telegram:https://t.me/faaruorto
✅Facebook :
Facebook: https://www.facebook.com/Drshman.okge...
⏺You tube:-
You tube: / @orthodoxmezmurtube3426
🗣Tiktok: https://www.tiktok.com/@gemmisha
🌍 page:
https://www.facebook.com/Dn-Gemmachis-Tube...
💻Website:
https://gemmachis.wordpress.com/
#donkeytube #wereb mezmur #medhanialem wereb #merkorios wereb #eritrean