Shukran yaa koronaa
Thank you ya Corona
Raayyaa Abbaa Maccaa
gorsa Ajaa'ibaa kana caqasaa.warra ajaja Rabbii dhagehuu didee kan humna qabna beekkomsa/
qabeenya fii dandeeytii waan hunda qabna ja'anii dhaadachaa turan hunda saanii koronaan sodaachisee hulaa cufachiisee badii irraa manatti isaan galsee karaa Rabbii akka deebi'an taasiftee haqaan gabbaramaan Rabbi malee akka hin jirre karaa haqaa barsiifte tanaaf galata argatte.Shukran yaa koronaa.