Viidiyoo kana keessatti akkaataa WhatsApp irratti barreeffamoota yookiin ergaalee ittiin midhaaksuu dandeenyuudha kan wajjiin ilaallu. Koodonni kanneen armaan gadiiti.
•Furdisuu : Alifu
•Qallisuu : Alifu
•keessa muruu : ~Alifu~
•Iddoo tokkotti : ~Alifu~
Moosaajii: https://play.google.com/store/apps/de...
Akkam vidiyoon kun isin tolee jiraa?
Subscribe godhaa!!